score
float32 1.04
1.25
| Oromo
stringlengths 10
443
| Umbundu
stringlengths 10
498
|
---|---|---|
1.249001 |
Mallasis, "Gammoojjii teessanii caasaa ijaarrattaniiyi"? nuun jedha ture.
|
Kuenje wa vokiyako poku popia hati: "Ene wa velipo okuti olongungu vialua vi sule."
|
1.248898 |
Jireenya kee irratti kan jalqaba dhiibbaa guddaa uumu eenyu?
|
Helie Omunu wa Velapo Komuenyo Wove?
|
1.247067 |
Raajiin Yihudaa maqaan isaa hin caqasamne tokko utuu maal hin godhin hafeera?
|
Nye uprofeto wo ko Yuda ka lingile kuenda nye ceyililako?
|
1.246613 |
Isaan waan nyaatan dhabnaan, Yasuus bartoota isaa waamee isaanitti dubbatee, 2 "Namoonni kun guyyaa sadan kana anaa wajjin turan, nyaatas waan isaan hin qabneef hunduma isaa niif nan oo'a.
|
Noke yotembo yimue, Yesu o sapuila olondonge viaye hati: "Ñuetele ohenda owiñi, momo va kasi ale lame oloneke vitatu, pole, ka va kuete lacimue coku lia.
|
1.246363 |
□ Macaafa Qulqulluu qayyabachuu waanan barbaaduuf na haasofsiisaa.
|
□ Mbambavo, nthaindyei opo mundongese Ombimbiliya.
|
1.246338 |
Innis jalqabatti Waaqayyo wajjiin ture.
|
Oye okwa kala pehovelo puKalunga.
|
1.244717 |
Ani waaqayyo kee ti hin na'in!
|
Ku ka yokoke, momo ndi Suku yove!
|
1.24389 |
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
Eci oco ocihandeleko cinene, haico catete.
|
1.24389 |
Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana.
|
Eci oco ocihandeleko cinene, haico catete.
|
1.243708 |
Cubbuu keenya isatti himachuu qabna.
|
Otu na okuhepaulula omatimba etu kuye.
|
1.242933 |
Isheen waan gaarii anaaf goote.
|
Eye wa ndingila eci ciwa.
|
1.241414 |
Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda'a?
|
Nikondemo wo tambulula hati: "Omunu o tẽla ndati oku citiwa nda ukulu ale?"
|
1.241276 |
Ajajni isheen duraa fi guddaan kanadha.
|
Eci oco ocihandeleko cinene, haico catete.
|
1.240615 |
jira; isin garuu maaliif waldaa Waaqayyoo irratti ol of qabdu ree?"
|
Omolwashike hano nye tamu linenepekifile kombada yeongalo?'
|
1.240559 |
Mooraa lama tajaajiluu hin danda'anii.
|
Lomue o Tẽla Oku Vumba Vacime Vavali
|
1.240523 |
Jireenya kiristoosin haaromsame ni qabduu?
|
O Kasi hẽ Oku Pitĩla Voseteko Yutunga wa Kristu?
|
1.240302 |
Bara baraaf gad of deebisnee jiraachuuf maaltu nu gargaara?
|
Nye ci ka tu kuatisa oku amamako oku lisuluvika otembo ka yi pui?
|
1.240195 |
Itti aansuudhaan 'what's your name?' maqaankee eenyu? jettee nama biraa gaafatte.
|
Eye wa pula hati: 'Onduko yove helie?'
|
1.239894 |
Kitaabni Qulqulluun Kitaaba Gaarii Qofa Dhaa?
|
Anga Hẽ Embimbiliya Elivulu Limue ño Liwa?
|
1.235239 |
Egaa isin hamoota taatanii utuu jirtanii, ijoollee keessaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii abbaan keessan inni waaqa irraa ammoo, hammam isin caalaa warra isa kadhataniif hafuura qulqulluu kenna!" jedhe.
|
Hano, ngeenge nye ovalunde, ndele omu shii okupa ovana veni oinima iwa, Xo yeni womeulu ita ka yandja tuu omhepo iyapuki kwaavo tave mu indile!"
|
1.235153 |
Niqoodemos immoo, "Namni erga qancaree attamitti dhalachuu danda a?
|
Nikondemo wo tambulula hati: "Omunu o tẽla ndati oku citiwa nda ukulu ale?"
|
1.234847 |
Jaalala Hin Badne Qabaachuun Ni Dandaʼamaa?
|
Anga hẽ Ocisola ka ci Tokoka ci Tẽliwa?
|
1.233685 |
Waaqayyo rakkina ilmaan namootaarra ga'aa jiru kan hambisu akkamitti?
|
Suku oka mãlako ndati ohali yomanu?
|
1.233508 |
15 Dhugaa dubbachuuf, hamma guyyaa harʼaatti, yeroo kitaabonni Musee dubbifaman hundatti garaan isaanii akkuma haguugametti jira.
|
15 Toke etaili eci ku tangiwa alivulu a Mose, ovitima viavo vi sikĩlilua.
|
1.232395 |
Gariin keessan garii irraayyi" jechuun isaaniif owwaate.
|
Kuenje onjo yene yu siali upolokoso."
|
1.231437 |
48 Abbootii aangoo keessaa yookaan Fariisota keessaa namni tokkolleen isatti amaneeraa?
|
Siti pokati kasongui ale ka va Fariseo lomue wo kolela?
|
1.230496 |
Haa taʼu malee, warri duraan waaqolii tolfamoo waaqeffachaa turan, foon sana nyaachuun waaqolii tolfamoo waaqeffachuu akka taʼe isaanitti dhagaʼama ture.
|
Pole, omanu vakuavo va enda oku fendela oviteka va kala oku sima okuti okulia ositu yaco ca li soka lefendelo.
|
1.229065 |
(trg) ="13"> Waggaa Tokkoof Qofa Nagaa fi Gammachuu Naaf Kenni 8
|
Nyihe Lika Unyamo Umosi Wombembua Kuenda Wesanju
|
1.228745 |
Yesuusis, "Isin anas taʼe Abbaa koo hin beektan.
|
Yesu wa tambulula hati: "Ene ka wa ñũlĩhĩli kuenda ka wa kũlĩhĩlivo Isiange.
|
1.226231 |
Ergamichis akkana jedheen "Yaa Maariyaam hin sodatiin Waaqayyoo
|
Ndele omweengeli waKalunga okwa lombwela Josef a ti: 'Ino tila okuhombola Maria a ninge omukulukadi woye, molwaashi okaana aka ta ka dala okwe ka pewa kuKalunga.'
|
1.225953 |
"Hoolonni koo sagalee koo in dhaga'u, ani isaan beeka, isaanis na duukaa in bu'u.
|
Olomeme viange vi yeva ondaka yange kuenda nda vi kũlĩha kuenje vi ndi kuama.
|
1.225875 |
Waaqayyoos teessoo Daawit, kan Abbaasaa ni kennaaf, Innis lammii Yaa'iqoobi irratti bara-baraan ni mo'aa, Mootummaansaa dhuma hin qabu"
|
O ka viala epata lia Yakoba otembo ka yi pui, kuenje usoma waye ka u sulila.'
|
1.225105 |
22 Yihudaa nama biyya Keriyot utuu hin ta'in, Yihudaa inni tokko, "Gooftaa, attamitti ati biyya lafaatti utuu hin ta'in nutti of mul'ifta ree?" ittiin jedhe*.
|
Ndele omuyapostoli Judas, oo ha ifanwa Tadeus, okwa pula a ti: "Omwene, oshike sha ningwa po opo u kale wa hala oku tu lihololela ndele haunyuni?"
|
1.22498 |
Abrahaam, ilmisaa Yisihaq durboota Kanaʼaan keessaa akka fuudhu barbaadee turee?
|
Anga hẽ Avirahama wa yonguile okuti omõlaye Isake o kuela ukãi u Kanana?
|
1.224761 |
Ilmi isii muusaan ganda mootichaatti (fir'oownaatti) qananiee akka guddatu godhe.
|
Ongotyo Moisesi ekulila meumbo lia Farao.
|
1.224138 |
Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
|
O Pondola Oku Amamako Oku Lisuluvika Poku Liyaka Lovitangi
|
1.223209 |
Daandii qajeelaatti nu qajeelchi.
|
O tu songuila vonjila.
|
1.222607 |
Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!
|
Olorevista Utala Wondavululi kuenda o Despertai!
|
1.222488 |
25 Isaan kun itti dabalanii, "Ati Kristos yookiis Eliyaas yookiis raaji cha ergs hin ta'inii maaliif cuuphxa ree?" jedhanii isa in gaafatan*.
|
25 Ndele vo ove mu pula tava ti kuye: "Oshike hano ho shashele, ove ngeenge ku fi Kristus ile Elia ile omuxunganeki winya?" 26 Opo Johannes e va nyamukula ndele ta ti: "Ohandi shashe nomeva, ndelenee mokati keni omwa kala ofika ou muhe mu shii.
|
1.221071 |
Qorumsa Keessatti Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
|
O Pondola Oku Amamako Oku Lisuluvika Poku Liyaka Lovitangi
|
1.220698 |
Dhugaan immoo birmaduu nu baasa.
|
Ocili ci tu yovola.
|
1.220357 |
3 2018 _ Waaqayyo Siif ni Yaadaa?
|
No. 3 2018 _ Anga hẽ Suku wa ku Kapako?
|
1.220092 |
Saalootadii bay fariisisay.
|
Ndele ava va tumwa ovo vomOvafarisai.
|
1.219355 |
akkasii miti; sababiini ani gara sa'aatii kanaa dhufeef kanuma.
|
Eli olio esunga lieci ndeyilila vepuluvi lilo palo posi.
|
1.219166 |
22 Utuu ani dhufee isaanitti hin dubbanne ta'ee, cubbuu isaanitti hin ta'u ture; amma garuu cubbuu isaaniif waan itti qabatan hin argatan*.
|
22 Ngeno Ame nda li inandi uya, ndele inandi va lombwela, ngeno vo kave nomatimba, ndelenee paife kave na sha shokulipopila oulunde wavo.
|
1.21907 |
Yesus dhugumaan ni jiraa?
|
Yesu wa Kala Muẽle Komuenyo?
|
1.218973 |
Kanas akkaataa Waaqayyo saba Israaʼel itti qabe irraa hubachuun ni dandaʼama.
|
Tu pondola oku ci limbukila konjila ndomo Suku a tata epata lia va Isareli.
|
1.21893 |
Waan ilaaliyaa maalintii oo dhan.
|
Ndukuaku vi sokolola ño-o eteke liosi.
|
1.218047 |
12 Michuu keetiif kennaa gatii guddaa qabu tokko kennite haa jennu.
|
12 Sokolola okuti wa eca ombanjaile yimue ya velapo kekamba liove.
|
1.217803 |
Namni hundiyyuu isa sodaachuu jalqabe.
|
Omanu vosi va kala laye lusumba.
|
1.217496 |
Yesus: "Mukti ija ba'eessa hin godhanne hundinuu in murama, ibiddattis in naqama" jechuudhaan akeekkachiiseera.
|
Yesu wa popia hati: "Uti wosi ka wimi apako awa u timbuiwa kuenje wimbiwa vondalu."
|
1.217047 |
"Yesus itti fufee, 'Isin Yoo na jaallattan, abboommota koo in eegdu'" jedhe.
|
Yesu wa popia hati: "Nda vu sole ame, pokoli kovihandeleko viange."
|
1.216664 |
Mee waan nabi muhammad je'e haa yaadatanii.
|
Sokolola vali ulandu wa Mose.
|
1.215497 |
Siinqeen hiika hedduu qaba.
|
Hu kundika ovina vialua.
|
1.215244 |
5 Ani hanga addunyaa irra jirutti ani ifa addunyaati."
|
Osimbu ndi kasi voluali, ndicinyi coluali."
|
1.214944 |
Lammaffaa dhalachuutu si barbaachisa.
|
Va citiwa evali.
|
1.214672 |
Isin hoo yaadawwan waaqeffannaa maatii keessan irratti itti fayyadamuu dandeessan akkamii argattaniittu?
|
Ovina vipi o sukila oku konomuisa Kefendelo liene Liepata?
|
1.214598 |
"Yesus itti fufee, Isin Yoo na jaallattan, abboommota koo in eegdu " jedhe.
|
Yesu wa popia hati: "Nda vu sole ame, pokoli kovihandeleko viange."
|
1.214226 |
Nuti isa caalaa jaboo dhaa?
|
Siti eye wa pama vali okuti etu tu sule?
|
1.214165 |
5 Wanti hin mulʼanneefi gara fuulduraatti ittaansee raawwatamu maalidha?
|
5 Ovina vipi ka vi letiwe vi keya ndopo?
|
1.213246 |
Murtoo mataa kee gochuu moo warri kaan akka siif murteessan filachuu barbaadda?
|
O sole hẽ oku nõla onjila o kuama ale, wa siata oku ecelela okuti omanu vakuavo va ku nõlelako onjila o sukila oku kuama?
|
1.212148 |
Mee gama kanaan, fakkeenya Nohi, Daawitii fi tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan kaan warra Yihowaatti amanamanii fi tarkaanfii sirrii fudhatanii irraa barumsa maalii akka argannu haa ilaallu.
|
Tutalei ongeleka ya Noe, na David novaumbili ovakuavo va Huku vekolelo vayumbile onthumbi mu Jeova.
|
1.211872 |
Seenaa 59: Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
|
Esapulo 59: Esunga Lieci Daviti a Tilila
|
1.210049 |
24 Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi.
|
24 Onghee nde mu lombwela, otamu ka fila momatimba eni.
|
1.209997 |
Wanta dubbates hin raawwatuuree?"
|
Eci a popia ka ci lingi hẽ?
|
1.209702 |
Heenook: Adeemsa isaa Waaqayyo wajjiin godhachuudhaa
|
Enoke Atambukilenga naKalunga
|
1.209624 |
Inni durumaanuu Waaqayyoo wajjin ture; inni Waaqayyoo dha.
|
Oye okwa kala pehovelo puKalunga.
|
1.209569 |
3 Waaqayyo rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame jedhanii gaafachuun dogoggoradhaa?
|
3 Ca sunguluka hẽ oku pula esunga lieci Suku a kasi oku ecelela ohali?
|
1.209115 |
"Gooftota lamaaf bitamuun kan isaaf danda'aamu eenyuyyuu hin jiru" Maat.
|
"Lomue o tẽla oku vumba vacime vavali. . . .
|
1.208923 |
Warri tokko tokko, gochi keenya hundi dursee Waaqayyoon kan murteeffame waan taʼeef, wanti mirga filannoo jedhamu hin jiru jedhu.
|
Omanu vamue va popia vati, ka kuli elianjo lioku nõla, momo Suku wa sokiya ale ovina viosi tu yongola oku linga.
|
1.208209 |
Waa dhugade ila qora
|
muocilili (muocilili) wrote,
|
1.207921 |
Walgaʼii Naannoo "Jaalalli Matumaa Hin Badu"!
|
Ohongele yofeka "Ocisola Lalimue Eteke ci Tokoka"!
|
1.207512 |
6 Mirgi filannoo daangaa qabu dhuguma bilisummaa jedhamuu dandaʼaa?
|
6 Anga hẽ elianjo lioku nõla li kuete ongave li pondola oku kala elianjo liocili?
|
1.207303 |
41 Isin hojii abbaa keessanii hojjechaa jirtu."
|
41 Ene vu linga ovilinga via isiene."
|
1.206797 |
"Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuun deebi'anii, "Yaa Gooftaa, jinniiwwanilleen maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan.
|
Lesanju lialua vo sapuila vati: "A Ñala ndaño muẽle olondele via pokola kokuetu omo lioku tukula onduko yove."
|
1.206775 |
Innis: Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu*.
|
Ame ndi va ĩha omuenyo ko pui kuenje lalimue eteke vi nyõleha kuenda lomue o vi ndi potosola peka liange.
|
1.206318 |
12 "Ani ammallee waan isinitti himu baay'ee qaba; isin garuu amma baachuu hin dandeettan.
|
12 "Ondi noinima ihapu natango oku mu lombwela, ndelenee paife itamu dulu oku i humbata.
|
1.20624 |
"Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu"
|
"Mo Kίda Kuti Yekova, ki Mangi Wenepai"
|
1.206059 |
Namni hundiyyuu isa sodaachuu jalqabe.
|
Omanu vosi va kuatele usumba laye.
|
1.205782 |
Gad of deebisuun murtoo gaarii gochuuf nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?
|
Esuluviko li pondola oku tu kuatisa ndati oku nõla onjila ya sunguluka?
|
1.205263 |
Ragaa Duukabuutummaa " Jalala yoo waliif qabattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beeku" Yohaannis 13:35
|
Poku ci linga, vosi va limbuka okuti vulondonge viange - nda wa lisoli pokati." - Yoano 13:33-35.
|
1.205257 |
KDA walinda mallilaa igena gannee??
|
Ove hẽ wa sola oku tanga ovipama Viutala Wondavululi via sandekiwa volosãi via pita?
|
1.205099 |
Mootummaan Waaqayyoo Yoom Dhufa?
|
Otembo yipi Usoma wa Suku wiya?
|
1.205068 |
Yaa Abbaa Qulqulluu, akkuma nu tokko taane sana isaanis akka tokko ta'aniif maqaa kee isa naa kennite sanaan isaan eegi.
|
Tate omuyapuki, va diininina medina loye, eli wa pa nge, va kale umwe, ngaashi tu li naave.
|
1.204986 |
37 Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka.
|
37 Nda kũlĩha okuti vucitumbulukila ca Avirahama.
|
1.204874 |
55 Taʼus isin isa hin beekne, ani garuu isa beeka.
|
55 Lopo ka wo kũlĩhĩli, puãi ame ndo kũlĩha.
|
1.204252 |
41 Isin waan abbaan keessan hojjate hojjattu."
|
41 Ene vu linga ovilinga via isiene."
|
1.20398 |
Ija kees yooman arga laata?
|
Ovaso Ove pi a Luluvalela?
|
1.20364 |
7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti.
|
7 Ko ka kembiwi: Suku ka tombiwa.
|
1.202519 |
Mirga filannoo akkamitti ilaalta?
|
Otenda ndati elianjo lioku nõla?
|
1.20183 |
25 Sababiin isaas, inni hanga Waaqayyo diinota isaa hunda miilla isaa jala godhutti mootii taʼee bulchuu qaba.
|
Momo Kristu o viala toke a kapa ovanyãli vaye vosi vemehi [liolomãhi] viaye.
|
1.201568 |
Garaadhaa yommuu yaada geddaratan, Yihowaan fedhuma isaatiin jaalalaa fi araara isaa akka isaanitti argisiisu yommuu ibsu, "Ana irraa garagaluu isa dhukkuba itti taʼe irraa isaan nan fayyisa . . .
|
Eshi va li ve livela ombedi tashi di komutima, Jehova okwa li e va ulikila onghenda nohole eshi a ti: "Eliteeko leni ohandi li velula.
|
1.201269 |
Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe
|
Olondaka Viwa vi Tunda ku Suku!
|
1.200852 |
Akkana jedhe: "Yaa Abbaa, yoo fedhii kee taʼe xoofoo kana ana irraa fageessi.
|
Eye wa popia hati: "A Tate, nda wa panga, njupe okopo eyi.
|
1.200846 |
Maal nyaatte ?
|
- O oku je li?
|
1.200559 |
Abbaan isaa nama Girikii yemmuu ta'u, haati isaa garuu Yihuudii turte.
|
Isiaye wa kala u Helasi kuenda inaye wa kala u Yudea.
|
1.200456 |
Hafuurri Waaqayyoo hafuura keenyaa wajjin walii galee, ijoollee Waaqayyoo taʼuu keenya dhugaa in baʼa."
|
Omhepo oyo vene tai hepaulula pamwe nomhepo yetu, ofye ovana vaKalunga."
|
1.199478 |
Pleaseee Adindaa ?
|
Ove hẽ wa sola oku tanga ovipama Viutala Wondavululi via sandekiwa volosãi via pita?
|
1.199225 |
'Inna FazlaHuu kaana 'alayka kabiiraa.
|
"Ene wa Velipo Okuti Olongungu Vialua vi Sule": (Akuk.
|
1.198675 |
Ogummaan jalqabaa Waaqayyoon sodaachuu akka ta'e agarsiisuuf.
|
Oku sumbila Suku oko ono yolondunge viocili.
|
Oromo-Umbundu_Sentence-Pairs Dataset
This dataset contains sentence pairs for African languages along with similarity scores. It can be used for machine translation, sentence alignment, or other natural language processing tasks.
This dataset is based on the NLLBv1 dataset, published on OPUS under an open-source initiative led by META. You can find more information here: OPUS - NLLB-v1
Metadata
- File Name: Oromo-Umbundu_Sentence-Pairs
- Number of Rows: 48783
- Number of Columns: 3
- Columns: score, Oromo, Umbundu
Dataset Description
The dataset contains sentence pairs in African languages with an associated similarity score. Each row consists of three columns:
score
: The similarity score between the two sentences (range from 0 to 1).Oromo
: The first sentence in the pair (language 1).Umbundu
: The second sentence in the pair (language 2).
This dataset is intended for use in training and evaluating machine learning models for tasks like translation, sentence similarity, and cross-lingual transfer learning.
References
Below are papers related to how the data was collected and used in various multilingual and cross-lingual applications:
[1] Holger Schwenk and Matthijs Douze, Learning Joint Multilingual Sentence Representations with Neural Machine Translation, ACL workshop on Representation Learning for NLP, 2017
[2] Holger Schwenk and Xian Li, A Corpus for Multilingual Document Classification in Eight Languages, LREC, pages 3548-3551, 2018.
[3] Holger Schwenk, Filtering and Mining Parallel Data in a Joint Multilingual Space ACL, July 2018
[4] Alexis Conneau, Guillaume Lample, Ruty Rinott, Adina Williams, Samuel R. Bowman, Holger Schwenk and Veselin Stoyanov, XNLI: Cross-lingual Sentence Understanding through Inference, EMNLP, 2018.
[5] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Margin-based Parallel Corpus Mining with Multilingual Sentence Embeddings arXiv, Nov 3 2018.
[6] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Massively Multilingual Sentence Embeddings for Zero-Shot Cross-Lingual Transfer and Beyond arXiv, Dec 26 2018.
[7] Holger Schwenk, Vishrav Chaudhary, Shuo Sun, Hongyu Gong and Paco Guzman, WikiMatrix: Mining 135M Parallel Sentences in 1620 Language Pairs from Wikipedia arXiv, July 11 2019.
[8] Holger Schwenk, Guillaume Wenzek, Sergey Edunov, Edouard Grave and Armand Joulin CCMatrix: Mining Billions of High-Quality Parallel Sentences on the WEB
[9] Paul-Ambroise Duquenne, Hongyu Gong, Holger Schwenk, Multimodal and Multilingual Embeddings for Large-Scale Speech Mining, NeurIPS 2021, pages 15748-15761.
[10] Kevin Heffernan, Onur Celebi, and Holger Schwenk, Bitext Mining Using Distilled Sentence Representations for Low-Resource Languages
- Downloads last month
- 9